LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 22:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yommuu tasgabbiin sitti dhagaʼametti sitti nan dubbadhe.

      Ati garuu, ‘Ani hin ajajamu’ jette.+

      Ijoollummaa keetii jalqabee daandiin kee kana dha,

      Sababiin isaas, ati sagalee kootiif hin ajajamne.+

  • Ermiyaas 32:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isaan seenanii kan ishii dhaalan taʼus, sagalee keetiif hin ajajamne yookiin seera keetiin hin deddeebine. Wanta ati isaan ajajje tokko illee waan hin raawwanneef, badiisni kun hundi akka isaan irra gaʼu ni goote.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi