Keessa Deebii 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+ Abbootii Murtii 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+
7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+
11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+