-
Izraa 4:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Garagalchiin xalayaa Arxeksis Mootichaa Rehuum, Shimsaay isa barreessaa taʼee fi michoota isaanii duratti erga dubbifamee booda, isaan hatattamaan gara Yerusaalem, gara Yihudootaa dhaqanii dirqisiisanii hojicha isaan dhaabsisan.
-