-
1 Seenaa Baraa 3:17-19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ilmaan Yikooniyaa isa hidhame sanaa, Saalaatiʼel, 18 Maalkiraam, Pedaayaa, Shenaazaar, Yeqaamiyaa, Hoshaamaa fi Nedaabiyaa turan. 19 Ilmaan Pedaayaa, Zarubaabelii+ fi Shimeʼii turan; ilmaan Zarubaabel, Meshulaamii fi Hanaaniyaa turan (Shelomiit obboleettii isaanii turte);
-