LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Haagee 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”

  • Zakkaariyaas 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo sana dura, namaafis taʼe horiidhaaf mindaan kaffalamaa hin turre;+ diinaan kan kaʼes nagaadhaan seenanii baʼuun hin jiru ture; sababiin isaas, ani namoota hundumaa wal irratti kaaseen ture.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi