-
Izraa 4:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Hojiin mana Waaqayyoo inni Yerusaalem keessatti argamu kan dhaabbate yeroo kanatti ture; hamma waggaa lammaffaa bulchiinsa Daariyos mootii Faarsittis hojichi bakkuma jirutti ni dhaabbate.+
-
-
Haagee 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Daariyoos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, jiʼa saglaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 24ffaatti dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Haagee+ raajichaa ni dhufe:
-