Izraa 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sana booda Haageen+ raajichii fi ilma ilma Idoo+ kan taʼe Zakkaariyaas+ raajichi maqaa Waaqa Israaʼel isa isaanii olitti argamuun Yihudoota warra Yihudaa fi Yerusaalem keessa jiranitti raajii dubbatan.
5 Sana booda Haageen+ raajichii fi ilma ilma Idoo+ kan taʼe Zakkaariyaas+ raajichi maqaa Waaqa Israaʼel isa isaanii olitti argamuun Yihudoota warra Yihudaa fi Yerusaalem keessa jiranitti raajii dubbatan.