Zakkaariyaas 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Daariyos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti,+ waggicha keessaas jiʼa saddeettaffaatti, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas* raajichaa+ ilma Berekiyaa, ilma Idoo ni dhufe:
1 Daariyos mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti,+ waggicha keessaas jiʼa saddeettaffaatti, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Zakkaariyaas* raajichaa+ ilma Berekiyaa, ilma Idoo ni dhufe: