Zakkaariyaas 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Haqaan murtii kennaa;+ jaalala amanamaa+ fi gara laafina walitti argisiisaa.
9 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Haqaan murtii kennaa;+ jaalala amanamaa+ fi gara laafina walitti argisiisaa.