Zakkaariyaas 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaaniif ni lola,Isaan dhagoota furrisaa ni liqimsu, ni dhidhiitus.+ Isaan ni dhugu, akka waan daadhii wayinii dhuganiittis ni wacu;Akka saanii golbootti,Akka goleewwan iddoo aarsaattis ni guutamu.+
15 Yihowaan Gooftaan Raayyaa isaaniif ni lola,Isaan dhagoota furrisaa ni liqimsu, ni dhidhiitus.+ Isaan ni dhugu, akka waan daadhii wayinii dhuganiittis ni wacu;Akka saanii golbootti,Akka goleewwan iddoo aarsaattis ni guutamu.+