LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Miikiyaas 5:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Harki kee hamajaajota kee irratti ni kaʼa,

      Diinonni kee hundi ni balleeffamu.”

  • Zakkaariyaas 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Isaan akkuma loltoota

      Waraana irratti dhoqqee daandii irra jiru dhidhiitanii ni taʼu.

      Yihowaan isaanii wajjin waan jiruuf, isaan waraana ni banu;+

      Warri fardeen gulufanis ni qaaneffamu.+

  • Zakkaariyaas 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Guyyaa sanatti ani dura buutonni Yihudaa akka distii ibidda qabatee qoraan gidduu jiruu, akkasumas akka guca bobaʼuu fi midhaan reefuu haamame gidduu jiruu akka taʼan nan godha;+ isaan namoota naannoo isaanii mirgaa fi bitaadhaan jiran hundumaa ni nyaatu;+ jiraattonni Yerusaalemis iddoo isaanii,* eeyyee, Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi