-
Zakkaariyaas 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis akkana isaan jedhe: “Gara achiitti fiigiitii dargaggeessa sanaan akkana jedhi: ‘“Yerusaalem namootaa fi horii ishii keessa jiran hundumaatiin kan kaʼe akkuma gandeen dallaa hin qabneetti kan namni keessa jiraatu ni taati.+
-