Isaayyaas 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa. Hisqiʼel 30:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Waaqolii tolfamoo warra balfamoo* taʼanii fi waaqolii Noof*+ warra gatii hin qabne nan balleessa. Kana booda bulchaan biyya Gibxii keessaa kaʼu hin jiraatu; biyya Gibxii keessa sodaan akka jiraatu nan godha.+
19 Murtii Gibxii irratti dabarfame:+ Kunoo, Yihowaan duumessa saffisa qabuun gulufaa gara Gibxii dhufaa jira. Waaqoliin Gibxii warri gatii hin qabne isa duratti ni hollatu,+Garaan Gibxiis ishii keessatti ni baqa.
13 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Waaqolii tolfamoo warra balfamoo* taʼanii fi waaqolii Noof*+ warra gatii hin qabne nan balleessa. Kana booda bulchaan biyya Gibxii keessaa kaʼu hin jiraatu; biyya Gibxii keessa sodaan akka jiraatu nan godha.+