LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 22:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti badiisa isa kitaaba mootiin Yihudaa dubbise+ keessatti barreeffame hundumaa nan fida. 17 Isaan waan na dhiisaniif, akkasumas hojii harka isaanii hundumaatiin+ na dheekkamsiisuuf waaqolii kan birootiif aarsaawwan aarfaman waan dhiheessaniif,+ dheekkamsi koo iddoo kana irratti ni bobaʼa; hin dhaamus.’”+

  • Ermiyaas 44:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin garuu hin dhageenye yookiin hammina keessan isa waaqolii kan birootiif aarsaawwan dhiheessuudhaan+ raawwattan irraa deebiʼuuf gurra keessan natti hin qabne. 6 Kanaafuu, aariin koo fi dheekkamsi koo dhangalaʼee magaalota Yihudaa fi daandiiwwan Yerusaalem keessatti ni bobaʼe; akkuma harʼa taʼettis isaan ni diigaman, ni onanis.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi