Keessa Deebii 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba. Isaayyaas 33:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Cubbamoonni Xiyoon keessa jiran naasuudhaan qabamaniiru;+Gantoonnis akkana jedhanii romʼaa jiru: ‘Nu keessaa bakka ibiddi gubu jiru jiraachuu kan dandaʼu eenyu?+ Labooba dhaamuu hin dandeenyee wajjin jiraachuu kan dandaʼu hoo eenyu?’ Ermiyaas 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, dheekkamsi koo fi aariin koo bakka kanatti, namaa fi horii irratti, akkasumas mukeetii fi firii lafaa irratti ni dhangalaʼa;+ inni ni bobaʼa, hin dhaamus.’+ Hisqiʼel 20:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Foon* hundis bosona sanatti ibidda kan qabsiise anuma Yihowaa taʼuu koo ni hubata; ibiddichis hin dhaamu.”’”+
22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.
14 Cubbamoonni Xiyoon keessa jiran naasuudhaan qabamaniiru;+Gantoonnis akkana jedhanii romʼaa jiru: ‘Nu keessaa bakka ibiddi gubu jiru jiraachuu kan dandaʼu eenyu?+ Labooba dhaamuu hin dandeenyee wajjin jiraachuu kan dandaʼu hoo eenyu?’
20 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, dheekkamsi koo fi aariin koo bakka kanatti, namaa fi horii irratti, akkasumas mukeetii fi firii lafaa irratti ni dhangalaʼa;+ inni ni bobaʼa, hin dhaamus.’+
48 Foon* hundis bosona sanatti ibidda kan qabsiise anuma Yihowaa taʼuu koo ni hubata; ibiddichis hin dhaamu.”’”+