-
Zakkaariyaas 14:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihudaanis waraana Yerusaalemitti godhamu irratti ni hirmaata; qabeenyi saboota naannoo isaanii jiranii, jechuunis warqiin, meetiinii fi uffanni hedduun walitti ni qabama.+
-