Sefaaniyaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kunoo, ani yeroo sanatti warra si cunqursan hundumaa irratti tarkaanfii nan fudhadha;+Isa okkolu nan oolcha,+Warra bittinnaaʼanis walitti nan qaba.+ Biyya itti qaaneffaman hundumaa keessattiAkka jajamanii fi beekamtii* akka argatan nan godha.
19 Kunoo, ani yeroo sanatti warra si cunqursan hundumaa irratti tarkaanfii nan fudhadha;+Isa okkolu nan oolcha,+Warra bittinnaaʼanis walitti nan qaba.+ Biyya itti qaaneffaman hundumaa keessattiAkka jajamanii fi beekamtii* akka argatan nan godha.