-
Zakkaariyaas 14:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ani saboonni hundi Yerusaalem irratti kaʼanii akka ishii waraananiif walitti isaan nan qaba; magaalattiin ni qabamti, manneen ni saamamu, dubartoonnis ni gudeedamu. Jiraattota magaalattii keessaa walakkaan isaanii boojuudhaan ni fudhatamu; warri sabicha keessaa hafan garuu magaalattii keessaa hin balleeffaman.
3 “Yihowaan akkuma guyyaa waraanaatti lolutti+ baʼee saboota sana ni waraana.+
-