Isaayyaas 54:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+ Haagee 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+
17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+
22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+