-
Isaayyaas 13:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Biyyattii bakka sodaachisaa gochuuf,+
Cubbamoota biyyattiis ishii keessaa balleessuuf,
Kunoo, guyyaan Yihowaa
Aarii fi dheekkamsa bobaʼuun gara jabinaan dhufaa jira.
-