Isaayyaas 11:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni sabootaaf mallattoo* ni dhaaba; Israaʼel keessaa warra bittinnaaʼan walitti ni qaba;+ Yihudaa keessaa warra faffacaʼanis golee lafaa arfan irraa walitti ni qaba.+ Isaayyaas 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata.
12 Inni sabootaaf mallattoo* ni dhaaba; Israaʼel keessaa warra bittinnaaʼan walitti ni qaba;+ Yihudaa keessaa warra faffacaʼanis golee lafaa arfan irraa walitti ni qaba.+
16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata.