-
Isaayyaas 52:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yaa Yerusaalem, awwaara kee hurgufadhu, kaʼiitii teessoo irra taaʼi.
Yaa intala Xiyoon ishii boojiʼamte nana, hidhaa morma kee irra jiru hiikkadhu.+
-
-
Ermiyaas 50:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Baabilon gidduudhaa baqadhaa,
Biyya Kaladootaa keessaa baʼaa,+
Akkuma horiiwwan bushaayee dura buʼanii deemanii taʼaa.
-
-
Miikiyaas 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa intala Xiyoon, akkuma dubartii daʼumsa irra jirtuutti,
Dhidhiittadhu, aadi,
Sababiin isaas, amma magaalattii keessaa baatee dirree keessa ni jiraatta.
-