LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Haagee 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yihowaan akkana jedha: ‘Amma garuu yaa Zarubaabel, jabaadhu, yaa Iyyaasuu ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa, atis jabaadhu.’

      “Yihowaan akkana jedha: ‘Isin namoonni biyyattii hundi, jabaadhaa+ hojjedhaa.”

      “Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isinii wajjinan jira.+

  • Mulʼata 11:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Anis dhugaa baatonni koo lamaan uffata gaddaa uffatanii guyyaa 1,260 raajii akka dubbatan nan godha.” 4 Isaan kun mukeetii ejersaa lamaanii+ fi baattuuwwan ibsaa lamaanitti+ kan fakkeeffaman yeroo taʼu, Gooftaa lafaa dura dhaabbataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi