LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+

  • Keessa Deebii 24:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Murtii nama biyya ormaa yookiin mucaa abbaa hin qabnee* hin jalʼisin;+ uffata dubartii abbaan manaa irraa duʼee liqiidhaaf qabsiisa gootee hin fudhatin.+

  • Isaayyaas 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+

      Isa nama cunqursu sirreessaa,

      Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,

      Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi