-
Yooʼel 2:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo sanatti, Yihowaan biyya isaatiif ni hinaafa,
Saba isaattis gara laafina ni argisiisa.+
-
-
Zakkaariyaas 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis maleekaan anaa wajjin dubbachaa ture sun akkana naan jedhe: “Akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ani hinaaffaa guddaadhaan Yerusaalemii fi Xiyooniif hinaafeera.+
-