Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+ Isaayyaas 60:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+ Faaruu Ermiyaas 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+ Hoseʼaa 11:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Efreem, akkamittan si dhiisuu dandaʼa?+ Yaa Israaʼel, akkamittan dabarsee si kennuu dandaʼa? Akkamittan akka Admaa si gochuu dandaʼa? Akkamittan akka Zeboʼiim si gochuu dandaʼa?+ Ani ilaalcha koo jijjiireen ture;Gara laafinni koos kakaʼee* ture.+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+
10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+
22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+
8 Yaa Efreem, akkamittan si dhiisuu dandaʼa?+ Yaa Israaʼel, akkamittan dabarsee si kennuu dandaʼa? Akkamittan akka Admaa si gochuu dandaʼa? Akkamittan akka Zeboʼiim si gochuu dandaʼa?+ Ani ilaalcha koo jijjiireen ture;Gara laafinni koos kakaʼee* ture.+