-
Faarfannaa 113:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Baha biiftuutii hamma lixa biiftuutti,
Maqaan Yihowaa haa jajamu.+
-
-
Isaayyaas 59:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Inni akkuma laga isa guute
Isa hafuurri Yihowaa oofutti waan ol seenuuf,
Dhiha biiftuu irraa maqaa Yihowaa,
Baha biiftuu irraas ulfina isaa ni sodaatu.
-