Keessa Deebii 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+ Hojii Ergamootaa 7:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+
7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+
51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+