LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 1:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Erga xinnoo adeemee booda, Yaaqoob ilmi Zabdewosii fi obboleessi isaa Yohaannis bidiruu isaanii keessatti utuu saaphana isaanii suphanii isaan argee,+ 20 yeruma sana isaan waame. Kanaafuu, isaan abbaa isaanii Zabdewosiin namoota mindeeffamanii wajjin bidiricha keessatti dhiisanii isa duukaa buʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi