Maatewos 9:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yesuus, manneen sagadaa isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba akaakuu hundumaa fi dhibee akaakuu hundumaa fayyisaa magaalotaa fi gandeen hunda keessa naannaʼe.+ Maarqos 1:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Achiis manneen sagadaa isaanii keessatti lallabaa fi jinniiwwan baasaa guutummaa Galiilaa keessa naannaʼe.+ Maarqos 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Namoonni kun amantii dhabuu isaaniittis baayʼee dinqisiifate. Sana booda gandeen naannoo sana jiran keessa naannaʼee barsiise.+
35 Yesuus, manneen sagadaa isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba akaakuu hundumaa fi dhibee akaakuu hundumaa fayyisaa magaalotaa fi gandeen hunda keessa naannaʼe.+
39 Achiis manneen sagadaa isaanii keessatti lallabaa fi jinniiwwan baasaa guutummaa Galiilaa keessa naannaʼe.+
6 Namoonni kun amantii dhabuu isaaniittis baayʼee dinqisiifate. Sana booda gandeen naannoo sana jiran keessa naannaʼee barsiise.+