Maatewos 4:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Achiis inni manneen sagadaa+ isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba gosa hundumaa fi dhibee gosa hundumaa namoonni sun qaban fayyisaa+ guutummaa Galiilaa keessa naannaʼe.+
23 Achiis inni manneen sagadaa+ isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba gosa hundumaa fi dhibee gosa hundumaa namoonni sun qaban fayyisaa+ guutummaa Galiilaa keessa naannaʼe.+