-
Maarqos 1:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Galgala erga aduun lixxee booda, namoonni warra dhukkubsatanii fi jinniidhaan qabaman hunda gara isaatti fiduu jalqaban;+
-
-
Hojii Ergamootaa 5:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Magaalota naannoo Yerusaalem jiran keessaas namoonni hedduun, warra dhukkubsatanii fi hafuurota xuraaʼoodhaan dhiphatan baatanii fidu turan; hundi isaaniis ni fayyu turan.
-