LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Erga dhihee boodas, namoonni warra jinniidhaan qabaman hedduu gara isaatti fidan; innis jechuma tokkoon hafuurota sana isaan keessaa baase; namoota dhukkubaan dhiphachaa turan hundas ni fayyise;

  • Luqaas 4:40, 41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yommuu aduun lixxu immoo, namoonni warra dhukkuba adda addaatiin qabaman gara isaatti fidan. Innis harka isaa tokkoon tokkoon isaanii irra kaaʼee isaan fayyise.+ 41 Kana malees jinniiwwan, “Ati Ilma Waaqayyoo ti”+ jedhanii iyyaa namoota hedduu keessaa baʼan. Inni garuu isaan ifate; isaan Kiristoos taʼuu isaa waan beekaniif akka dubbatan isaaniif hin heyyamne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi