LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Erga dhihee boodas, namoonni warra jinniidhaan qabaman hedduu gara isaatti fidan; innis jechuma tokkoon hafuurota sana isaan keessaa baase; namoota dhukkubaan dhiphachaa turan hundas ni fayyise; 17 kanas kan godhe wanti karaa Isaayyaas raajichaa, “Inni dhukkuba keenya nu irraa fuudhe; dhibee keenyas ni baate”+ jedhamee dubbatame akka raawwatamuufi.

  • Maarqos 1:32-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Galgala erga aduun lixxee booda, namoonni warra dhukkubsatanii fi jinniidhaan qabaman hunda gara isaatti fiduu jalqaban;+ 33 namoonni magaalattii hundis balbalicha duratti walitti qabaman. 34 Kanaafuu, inni namoota dhukkuba adda addaatiin qabaman hedduu ni fayyise;+ jinniiwwan hedduus ni baase; taʼus, jinniiwwan kun inni Kiristoos taʼuu isaa* waan beekaniif akka dubbatan isaaniif hin heyyamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi