Luqaas 14:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Soogiddi gaarii dha. Soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe garuu maaliin miʼeeffamuu dandaʼa?+ 35 Sana booda namoonni baasanii gatu malee biyyoodhaaf yookiin xaaʼoodhaaf hin taʼu. Namni gurra dhagaʼu qabu haa dhagaʼu.”+
34 “Soogiddi gaarii dha. Soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe garuu maaliin miʼeeffamuu dandaʼa?+ 35 Sana booda namoonni baasanii gatu malee biyyoodhaaf yookiin xaaʼoodhaaf hin taʼu. Namni gurra dhagaʼu qabu haa dhagaʼu.”+