Maatewos 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Isin soogidda+ lafaa ti; garuu soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe, akkamitti miʼaa isaa deebisee qabaachuu dandaʼa? Alatti gatamee+ namoonni irra ejjetu malee, sana booda waan tokkoof iyyuu hin fayyadu. Maarqos 9:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Soogiddi gaarii dha; soogiddummaa isaa yoo dhabe garuu maaliin isa miʼeessitu?+ Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa;+ walii wajjin nagaa qabaadhaa.”+ Qolosaayis 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Nama hundumaatiif akkamitti deebii kennuu akka qabdan akka beektaniif, dubbiin keessan yeroo hunda gurratti kan toluu fi soogiddaan kan miʼeeffame haa taʼu.+
13 “Isin soogidda+ lafaa ti; garuu soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe, akkamitti miʼaa isaa deebisee qabaachuu dandaʼa? Alatti gatamee+ namoonni irra ejjetu malee, sana booda waan tokkoof iyyuu hin fayyadu.
50 Soogiddi gaarii dha; soogiddummaa isaa yoo dhabe garuu maaliin isa miʼeessitu?+ Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa;+ walii wajjin nagaa qabaadhaa.”+
6 Nama hundumaatiif akkamitti deebii kennuu akka qabdan akka beektaniif, dubbiin keessan yeroo hunda gurratti kan toluu fi soogiddaan kan miʼeeffame haa taʼu.+