Roomaa 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hamma isiniif dandaʼametti karaa keessan namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraadhaa.+ Efesoon 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa. 1 Tasalonqee 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+ Ibroota 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+
29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa.
13 hojii isaaniitiin kan kaʼes jaalalaan ulfina guddaa isaaniif kennaa.+ Walii keessanii wajjin nagaa qabaadhaa.+
14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+