LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Isin soogidda+ lafaa ti; garuu soogiddi yoo miʼaa isaa dhabe, akkamitti miʼaa isaa deebisee qabaachuu dandaʼa? Alatti gatamee+ namoonni irra ejjetu malee, sana booda waan tokkoof iyyuu hin fayyadu.

  • Maarqos 9:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Soogiddi gaarii dha; soogiddummaa isaa yoo dhabe garuu maaliin isa miʼeessitu?+ Keessa keessanitti soogidda qabaadhaa;+ walii wajjin nagaa qabaadhaa.”+

  • 1 Pheexiros 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaa mannaa, garaa keessan keessatti Kiristoosiif akka Gooftaatti ulfina kennaa; nama waaʼee abdii keessanii isin gaafatu hundumaaf deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼoo taʼaa; kana kan gootan garuu garraamummaa+ fi ulfina guddaadhaan haa taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi