Isaayyaas 40:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Margi lalisaan ni goga,Daraarichis ni coolliga,Dubbiin Waaqa keenyaa garuu bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”+ Luqaas 16:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Dhugaa dubbachuuf, Seericha keessaa sararri qubee tokko utuu hin raawwatamin hafuu mannaa, samii fi lafti utuu darbanii salphata.+
8 Margi lalisaan ni goga,Daraarichis ni coolliga,Dubbiin Waaqa keenyaa garuu bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”+
17 Dhugaa dubbachuuf, Seericha keessaa sararri qubee tokko utuu hin raawwatamin hafuu mannaa, samii fi lafti utuu darbanii salphata.+