LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 46:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,

      Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+

      ‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+

      Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.

  • 1 Pheexiros 1:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Foon* hundi akka margaa ti, ulfinni isaa hundis akka daraaraa dirree ti; margichi ni coolliga, habaaboon isaas ni harcaʼa; 25 dubbiin Yihowaa* garuu bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”+ “Dubbiin” kunis misiraachoo isiniif lallabame sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi