-
Isaayyaas 40:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Dhagaʼi, inni tokko, “Labsi!” jechaa jira.
Inni kan biraan immoo, “Maalan labsa?” jedhee gaafata.
“Foon* hundi marga lalisaa dha.
Jaalalli isaanii inni amanamaan hundi akkuma daraaraa dirree ti.+
7 Yihowaan isa irratti hafuura isaa waan baafatuuf,+
Margi lalisaan ni goga,
Daraarichis ni coolliga.+
Dhugumaan namoonni akkuma marga lalisaa ti.
-