Maatewos 18:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+ Yohaannis 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Dhuguma dhuguman siin jedha, namni kam iyyuu bishaanii+ fi hafuura+ irraa yoo dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaʼu.
3 achiis akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, deebitanii* akka ijoollee yoo taatan+ malee matumaa Mootummaa samiitti hin galtan.+
5 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Dhuguma dhuguman siin jedha, namni kam iyyuu bishaanii+ fi hafuura+ irraa yoo dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaʼu.