LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha;+ inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu+ fi ibiddaan isin cuupha.+

  • Hojii Ergamootaa 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 sababiin isaas, Yohaannis bishaaniin cuupheera; isin garuu guyyaa muraasa booda hafuura qulqulluudhaan cuuphamtu.”+

  • Hojii Ergamootaa 10:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.

  • Hojii Ergamootaa 19:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isaan yommuu kana dhagaʼan maqaa Gooftaa Yesuusiin cuuphaman. 6 Yommuu Phaawulos harka isaa isaan irra kaaʼu hafuurri qulqulluun isaan irra buʼe;+ isaanis afaan ormaatiin dubbachuu fi raajii dubbachuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi