LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 12:58, 59
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Fakkeenyaaf, nama si himatee wajjin gara bulchaa tokkotti utuma deemaa jirtuu, wal dhabiinsa nama si himate sanaa wajjin qabduuf furmaata kennuuf carraaqqii godhi; taʼuu baannaan, namni si himate sun abbaa murtii duratti si dhiheessa; abbaan murtii sunis waardiyyaa mana murtiitti si kenna; waardiyyaan sun immoo mana hidhaatti si galcha.+ 59 Ani sitti nan hima, saantima dhumaa ishii xinnoo* hanga kaffaltutti matumaa achii hin baatu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi