-
Maatewos 5:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 “Nama si himatee wajjin gara mana murtii utuu deemaa jirtuu dafiitii dhimmichaaf furmaata kenni; taʼuu baannaan garuu, namni si himate sun abbaa murtiitti dabarsee si kenna; abbaan murtii sun immoo waardiyyaa mana murtiitti dabarsee si kenna; atis mana hidhaatti galfamta.+ 26 Dhuguman sitti hima, saantima dhumaa ishii xinnoo* hanga kaffaltutti matumaa achii hin baatu.
-