Luqaas 11:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ibsaan qaamaa ija dha. Kanaafuu, ijji kee waan tokko irratti kan xiyyeeffate* yoo taʼe, guutummaan qaama keetii ifaa* ni taʼa; ijji kee kan hinaafu* yoo taʼe garuu, qaamni kees dukkana taʼa.+
34 Ibsaan qaamaa ija dha. Kanaafuu, ijji kee waan tokko irratti kan xiyyeeffate* yoo taʼe, guutummaan qaama keetii ifaa* ni taʼa; ijji kee kan hinaafu* yoo taʼe garuu, qaamni kees dukkana taʼa.+