Maatewos 18:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise of keessaa baasii gati. Ija lama qabaattee ibidda Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee jireenya argachuu sii wayya.+ Maarqos 9:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise baasii gati.+ Ija lama qabaattee Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee Mootummaa Waaqayyootti galuu sii wayya;+
9 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise of keessaa baasii gati. Ija lama qabaattee ibidda Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee jireenya argachuu sii wayya.+
47 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise baasii gati.+ Ija lama qabaattee Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee Mootummaa Waaqayyootti galuu sii wayya;+