LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani garuu isinitti nan hima, namni obboleessa isaatti dheekkamee dheekkamsi isaa irraa hin qabbanoofne+ hundi mana murtiitti itti gaafatama; namni tuffiidhaan obboleessa isaatti dubbii qaanessaa dubbatu kam iyyuu Mana Murtii Walii Galaatti itti gaafatama; namni, ‘Gowwaa gatii hin qabne nana!’ isaan jedhu kam iyyuu immoo ibidda Gahaannamtu* isa eeggata.+

  • Maatewos 5:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ijji kee mirgaa yoo si gufachiise, of keessaa baasii gati.+ Sababiin isaas, guutummaan qaama keetii Gahaannamitti* gatamuu mannaa, kutaa qaama kee keessaa tokko dhabuu sii wayya.+

  • Maarqos 9:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise baasii gati.+ Ija lama qabaattee Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee Mootummaa Waaqayyootti galuu sii wayya;+

  • Roomaa 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 akka fooniitti yoo jiraattan, akka duutan beekamaa dha; hojii qaama keessanii hafuuraan yoo ajjeestan garuu+ jireenya argattu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi