LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 haa taʼu malee, warra kaaniif ergan lallabee booda, ofii kootii karaa taʼe tokkoon akkan fudhatama hin dhabneef,* qaama koo haleeleen*+ akka garbichaatti akka naaf ajajamu godha.

  • Galaatiyaa 5:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, namoonni kan Kiristoos Yesuus taʼan, foon kajeellaa fi fedhii isaa hundumaa wajjin mismaaraan muka irratti fannisaniiru.+

  • Efesoon 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Namummaa moofaa isa jireenya keessan isa durii wajjin wal simuu fi hawwii isaa isa gowwoomsaa taʼeen mancaʼaa deemu+ of irraa baastanii akka gattan barattaniittu.+

  • Qolosaayis 3:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, kutaawwan qaama keessanii+ warra lafa irraa ajjeesaa; isaanis halalummaa,* xuraaʼummaa, fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne,+ hawwii hamaa fi sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi