Roomaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Qaamni keenya inni cubbamaan nu irratti humna akka hin qabaannee+ fi nuti kana booda garboota cubbuu akka hin taaneef,+ namummaan keenya inni moofaan isaa wajjin muka irratti akka fannifame beekna.+ Qolosaayis 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Wal hin sobinaa.+ Namummaa* moofaa gochawwan isaa wajjin of irraa baasaa gataa;+
6 Qaamni keenya inni cubbamaan nu irratti humna akka hin qabaannee+ fi nuti kana booda garboota cubbuu akka hin taaneef,+ namummaan keenya inni moofaan isaa wajjin muka irratti akka fannifame beekna.+